Edge Rewrite
// HTMLRewriter · presentation

This page was redesigned at the edge.

Cloudflare fetched the original article and streamed it through HTMLRewriter to apply an entirely new visual system without rebuilding the source page.

Jump to content

Template:Welcome-foreign/Oromo

From Wikipedia, the free encyclopedia

Baga nagaan dhuftan!

[edit]

Akkam, Welcome-foreign, gara Wikipediaatti baga nagaan dhuftan! Yaaliiwwan Wikipedia fooyyeessuuf taasifaman yeroo hunda ni simatamu; haa ta'u malee, gumaachi isin taasistan yeroo ammaa Afaan Ingiliziitiin akka namootaaf faayidaa qabuuf gahaa ta'een hin barreeffamne. Afaan Oromoo irratti caalaatti beekumsa qabaachuu keessan fakkaata; Wikipedia Afaan Oromoo akka jiru beektuu? Bakka sana irratti gumaacha gochuu filachuu dandeessu. Haala kamiinuu, pirojektii kanaaf baga nagaan dhuftan, carraaqqii keessaniifis galatoomaa! Gargaarsa yoo barbaaddan, fuula marii koo irratti na beeksisuuf bilisaan na qunnamaa.