Edge Rewrite
// HTMLRewriter · presentation

This page was redesigned at the edge.

Cloudflare fetched the original article and streamed it through HTMLRewriter to apply an entirely new visual system without rebuilding the source page.

Jump to content

Talk:Barento

Page contents not supported in other languages.
Add topic
From Wikipedia, the free encyclopedia
Latest comment: 4 years ago by 102.222.235.109 in topic Oromic

Oromic

[edit]

Oromic Jachuun maqaa Afaan Oromoo tiin moggaafnu sababni nuti afaan keenyaan AFAAN OROMOO janneeti kan waamnuu ambi garuu "Oromo language" yeroo jadhu kuniis gamtokkoon akka maqaa addunyaatti itti fayyadamuun hin danda'amu sababni maqaa saba Oromoo haatahumalee jachi afaan "English" Waan ta'eef ingiliffaa qofa keessatti waamuuni dandeenya malee afaan dhibiitiin yoomiif Oromoo qofa itti daballee afaan jacha saaniitiin yoo fayyadannees sirrii hin sata'u waan ta'eef Afaan Oromoo Maqaa of danda'ee ka Addunyaan hundi maqaa saniin beeytuun Moggaafateera Jachiin (OROMIC) yoota'u hiikni isaa gabaabsinee Oromiffaa jadhamaa moggaasaan @bar.juwar_mohamed 102.222.235.109 (talk) 23:58, 23 May 2022 (UTC)Reply